Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Lixaa
Haqa iftoomina fi saffisaan kennuudhaaf.
Ergama waliigalaa tajaajila abbaa seerummaa dhaqqabamaa, si'ataa fi bua qabeessa ta'ee, seera qofa irratti hundaa'uudhaan, haala loogii fi gartummaan ala ta'een kennuu dha. Hojii isaaniis bilisummaa guutuu fi itti gaafatamummaa ol'aanaadhaan raawwachuu dha.
Mariin Seeraa
Haqa keessan akka eegamu gochuuf marii seeraa addaa kenna.
Tajaajila Dhimmoota Murtii
Dhimmoota murtilee seeraa sirnaan hojjechuudhaan haqaa saffisaan kenna.
Qorannoo fi Gabaasa
Qabiyyee qorannoo fi gabaasa guutuu tajaajiloota mana murtii irrati dhiyeessa.
To'annoo fi Madaallii
Akkaataa hojii mana murtii hundatti, iftoomina, fi amanamummaan gochuu.
Hirmaannaa Hawaasa
Ogeeyyii seeraa fi hawaasa waliin qindoominaan hojjachuu.
Tajaajila Fufiinsa Taasisuu
Yeroo manni murtii argamuuf kanneen barbaachisan akka argamu godhuudhaan tajaajila kenna.